Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Yaayyaa Gullalleetti gochaa reebicha Abbootii Seeraa irratti raawwatame Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa dhiheenyaan hordofaan jira jedhe.Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Yaayyaa Gullalleetti qaamotni seera kabachiisan Abbootii Seeraa reebicha irratti raawwachuu fi hidhuun tibbana dhagahame.Abbaa Seeraa Mana Murtii Aanaa Yaayyaa Gullallee Obbo Jinenuus Nagaasaa fi waahila isaa abbaa seeraa kan biraa Obbo Qananiisaa […]
The Supreme Court of Oromia disclosed that it is closely following the act of beating done to the judges in Yayya Gullalle Woreda of North Shewa Zone of Oromia Region. Security forces in North Shewa Zone of Oromia beat a Judge and his colleague in Yayya Gullelle Woreda whom they later detained, it was disclosed.Judges […]