loader image

Oromiyaatti Bakkeewwan Walitti bu’iinsaan Miidhamaiif Xiyyeeffannoo Atattamaa Uumuu

October 19, 2023

Cuunfaa gabaabaan imaammataa kun dhiibbaa walitti bu’iinsi Naannoo Oromiyaa keessa bakkeen adda addaatti uume ilaalchisee argannoo qorannoo CDCBn geggeesse keessaa gurguddoo xiyyeeffannoo barbaadan dhiheessa. Sababa walitti bu’iinsa Naannicha keessatti itti fufee jiruun lubbuun namaa darbeera; ummatni baayyeen buqqa’ee faca’eera; qabeenyi manca’eera; hojiileen misoomaa gufachiifamaniiru; akkasumas duudhaan waliin jireenya ummataa haphateera. Akka bu’uura argannoo qorannoo CDCBtti ummatni gara miliyoona 1.3tti dhihaatu Naannoo Oromiyaa keessaa buqqa’eera.

Connect With Us

Meskel Square Science and Technology Building 5th Floor

Mon – Fri: 8:00 am – 5:00 pm

P.O. Box: 25024 Code 1000

Join the Community

Get latest CDG news, articles, and resources, sent straight to your inbox every month.

Copyright © 2022 CDCB | Powered by CDCB